Angafoota Oduu
Dargaggoota naannoo Oromiyaatti gurmaa’anii hojiitti galaniif walitti hidhamiinsa gabaa birrii biiliyoona 14 ol uumameera
Feb 23, 2024 488
Guraandhala 15/2016(TOI) Baatiiwwan toorban darban dargaggootaa naannoo Oromiyaatti waldaan gurmaa’anii hojiitti galanii fi intarpiraayizootaaf walitti hidhamiinsi gabaa birrii biiliyoona 14 ol uumamuusaa biiroon carraa hojii uumuu fi dandeettii ibse. Naannichatti lafti qonnaa heektaara kuma 87 ol dargaggoota hojii hinqabneef kennamuun ibsameera. Itti aanaan ittigaafatamaa biiroo carraa hojii uumuu fi dandeettii naannichaa bbo Kaasaahuun Golgaa TOI’f akka ibsanitti, bara bajatichaatti dargaggoota miiliyoona 2 tuqaa 5’f carraa hojii uumuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Baatii toorban darbe dargaggoota miiliyoona 1 tuqaa 5’f carraan hojii dhaabbataa uumameera. Kunis qonnaa, tajaajila, misooma albuudaa, kanniisa horsiisuu, horsiisa beelladaa, horsiisa lukkuu, maanuufaakchariingii fi industirii godoo carraa uumame ta’uu ibsanii, dameen qonnaa qooda olaanaa qaba jedhan. Carraa hojii uumameen kanneen hojiitti galaniif walitti hidhamiinsi gabaa birrii biiliyoona 14 ol akka uumameef eeraniiru. Karoora waggaa milkeessuuf baatii hafanitti lammiilee miiliyoona tokko ta’an hojiitti galchuuf tumsi taasifamaa akka jiru ibsaniiru. Bakka bu’aan waajjira kilaastaraa misooma baadiyyaa naannichaa obbo Daanyee Mokonnin gamasaaniin, misoomni midhaanii fi bunaa, kanniisa horsiisuu, horsiisa loonii fi lukkuu, eegumsii fi kunuunsi naannoo fi kkf dameelee misooma kilaastara baadiyyaa jalatti carraan hojii itti uumamu keessaa ta’uu ibsaniiru. Ladti hojii qonnaa fi horsiisaa beelladaan oolu heektaarri kuma 87 ol dargaggoota hojiitti galaniif kennamuusaa eeranii, gaagurri kanniisaa ammayyaa fayyadamtootaaf raabsamaa akka jiru himaniiru. Itti gaafatamaan waajjira kilaastara magaalaa naannichaa obbo Mulugeetaa Gabrahiwoot gamasaaniin, magalootatti wabii nyaataa mirkaneesuuf, dandeettii gabbisuu fi intarpiraayizoota
Magaalaa Finfinneetti barattoonni kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata guutuu magaalaaf akka qophaa’an taasifamaa jira
Feb 23, 2024 489
Guraandhala 15/2016(TOI)- Biiroon barnootaa Magaalaa Finfinnee barattoonni kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata guutuu magaalaaf akka qophaa’an xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru ibse. Itti gaafatamaan biirichaa doktar Zalaalam Mulaatuu, kallattii ministeerri barnootaa kennurratti hundaa’uun qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa guutuu magaalaa Jalqaba baatii Waxabajjii dhufuutti akka kennamu dubbataniiru. Haala Kanaan bara kana Finfinneetti barattoonni kutaa 6ffaa kuma 86 fi 691 akkasumas batattoonni kutaa 8ffaa kuma 88 fi 28 qormaata guutuu magaalaa niqoramu jedhamee akka eegamu dubbataniiru. Barattoonni beekumsa akka horatanii fi qormaata Kanaan qabxii gaarii akka galmeessisan dandeettiisaanii cimsuuf hojjetamaa akka jiru ibsaniiru. Bara darbe sirni barnootaa wayita jijjiiramu qophii fi maxxansa kitaabaarratti harkifannaan akka ture yaadachiisanii, rakkoon kun barana furamuusaa ibsaniiru. Barnoota idileen cinaatti dandeettii barattootaa gabbisuuf Sanbataa fi Dilbata akkasumas sa’aatii barnootaan alatti barumsi kennamaafii akka jirueeraniiru. Dabalataanis qormaatota moodalaa qorumsaaf deeggaran qopheessuun hojjechaa akka jiran dubbataniiru. Barattoonni qormaatichaaf ga’oomaa akka ta’an xiinsammuun qopheessuu fi walirraa hojjechuu bilisa akka ta’an hojjetamaa akka jiru ibsaniiru. Naamusaa fi qabxiin barattootaa akka fooyya’u maatiin qooda olaanaa akka qabaatan eeranii, mana barnootaatti erguun alatti wantoota barnootaan walqabataniin akka dabarsan deeggaruu qabu jedhan. Yeroosaanii bilbilaa fi teeknooloojii biraarratti dabarsan akka hir’atuu fi barnootarratti akka xiyyeeffatan ittigaafatamasaanii akka bahan gaafataniiru.
Kan mul'ate

Beeksisa
ENA
Feb 7, 2023 3658
ENA
Siyaasa
Hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan hojjetamaniiru-ministeera dhimma alaa
Feb 22, 2024 283
Guraandhala 14/2016(TOI)-Hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan yaa’ii gamtaa Afriikaa 37ffaarratti hojjetamamuusaanii ministeerri dhimma alaa ibse. Dubbi himaan ministeera dhimma alaa ambaasaaddar doktar Mallas Alam ibsa torbee taasisaniin, yaa’ii hooggantoota Afriikaan cinaatti biyyoota addaddaa waliin mariileen hariiroo gamlamee cimsan taasifamuu kaasaniiru. Yaas’ichan cinaatti waliigalteewwan Angoolaa, Afriikaa Kibbaa waliin mallatteeffaman milkaa’ina guddaa ta’uu eeranii, Torbee dippilomaasiin Itiyoophiyaasadarkaa guddaatti mul’atedha jedhan. Michooma seena qabeessa kan qabdu Zimbaabuwee waliin mariin bu’a qabeessi taasifamuu ibsanii, qonnaa fi dameelee biroorratti waliin hojjechuuf waliigalteerra gahamuu ibsaniiru. Gama biraatiin Itiyoophiyaa fi Keemiyaa ummata akka maatiitti wal ilaalan walgahiin komishinii waloo adeemsifamuu eeranii, biyyoonni lamaan dameelee sadiin waliigaltee taasisuusaanii eeran. Waliigaltichigama tuurizimii, aadaa fi ispoortii, eegumsa beellada bosonaa, misooma qurxummii,peetirrliyeemii fi tajaajila mana sirreessaa, fisiviil sarviisii gabbisa dandeettiin waliin hojjechuuf kan dandessisudha. Dhimmi Viizaa waliigaltee taasifaan keessaa ta’uu eeranii,waliigalteen Viizaa bilisaa bara 1958 jalqabee taasifame karaa tajaajila elekirooniiksii akka ta’u keessa deebi’amuusaa kaasaniiru. Kun ammoo michooma bara dheeraaf ture sadarkaa olaanaatti akka guddisu ibsdaniitru. Marii biyyoota Afriikaa biro waliin taasifameenis biyyoonni kunneen jidugaleessummaa dippilomaasi Itiyoophiyaa akka cimu fedhii agarsiisuusaanii fi embaasiisaanii cimsuuf murteessuusaanii ibsaniiru.

Hawaasummaa
Magaalaa Finfinneetti barattoonni kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata guutuu magaalaaf akka qophaa’an taasifamaa jira
Feb 23, 2024 489
Guraandhala 15/2016(TOI)- Biiroon barnootaa Magaalaa Finfinnee barattoonni kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata guutuu magaalaaf akka qophaa’an xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru ibse. Itti gaafatamaan biirichaa doktar Zalaalam Mulaatuu, kallattii ministeerri barnootaa kennurratti hundaa’uun qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa guutuu magaalaa Jalqaba baatii Waxabajjii dhufuutti akka kennamu dubbataniiru. Haala Kanaan bara kana Finfinneetti barattoonni kutaa 6ffaa kuma 86 fi 691 akkasumas batattoonni kutaa 8ffaa kuma 88 fi 28 qormaata guutuu magaalaa niqoramu jedhamee akka eegamu dubbataniiru. Barattoonni beekumsa akka horatanii fi qormaata Kanaan qabxii gaarii akka galmeessisan dandeettiisaanii cimsuuf hojjetamaa akka jiru ibsaniiru. Bara darbe sirni barnootaa wayita jijjiiramu qophii fi maxxansa kitaabaarratti harkifannaan akka ture yaadachiisanii, rakkoon kun barana furamuusaa ibsaniiru. Barnoota idileen cinaatti dandeettii barattootaa gabbisuuf Sanbataa fi Dilbata akkasumas sa’aatii barnootaan alatti barumsi kennamaafii akka jirueeraniiru. Dabalataanis qormaatota moodalaa qorumsaaf deeggaran qopheessuun hojjechaa akka jiran dubbataniiru. Barattoonni qormaatichaaf ga’oomaa akka ta’an xiinsammuun qopheessuu fi walirraa hojjechuu bilisa akka ta’an hojjetamaa akka jiru ibsaniiru. Naamusaa fi qabxiin barattootaa akka fooyya’u maatiin qooda olaanaa akka qabaatan eeranii, mana barnootaatti erguun alatti wantoota barnootaan walqabataniin akka dabarsan deeggaruu qabu jedhan. Yeroosaanii bilbilaa fi teeknooloojii biraarratti dabarsan akka hir’atuu fi barnootarratti akka xiyyeeffatan ittigaafatamasaanii akka bahan gaafataniiru.
Diinagdee
Dargaggoota naannoo Oromiyaatti gurmaa’anii hojiitti galaniif walitti hidhamiinsa gabaa birrii biiliyoona 14 ol uumameera
Feb 23, 2024 488
Guraandhala 15/2016(TOI) Baatiiwwan toorban darban dargaggootaa naannoo Oromiyaatti waldaan gurmaa’anii hojiitti galanii fi intarpiraayizootaaf walitti hidhamiinsi gabaa birrii biiliyoona 14 ol uumamuusaa biiroon carraa hojii uumuu fi dandeettii ibse. Naannichatti lafti qonnaa heektaara kuma 87 ol dargaggoota hojii hinqabneef kennamuun ibsameera. Itti aanaan ittigaafatamaa biiroo carraa hojii uumuu fi dandeettii naannichaa bbo Kaasaahuun Golgaa TOI’f akka ibsanitti, bara bajatichaatti dargaggoota miiliyoona 2 tuqaa 5’f carraa hojii uumuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Baatii toorban darbe dargaggoota miiliyoona 1 tuqaa 5’f carraan hojii dhaabbataa uumameera. Kunis qonnaa, tajaajila, misooma albuudaa, kanniisa horsiisuu, horsiisa beelladaa, horsiisa lukkuu, maanuufaakchariingii fi industirii godoo carraa uumame ta’uu ibsanii, dameen qonnaa qooda olaanaa qaba jedhan. Carraa hojii uumameen kanneen hojiitti galaniif walitti hidhamiinsi gabaa birrii biiliyoona 14 ol akka uumameef eeraniiru. Karoora waggaa milkeessuuf baatii hafanitti lammiilee miiliyoona tokko ta’an hojiitti galchuuf tumsi taasifamaa akka jiru ibsaniiru. Bakka bu’aan waajjira kilaastaraa misooma baadiyyaa naannichaa obbo Daanyee Mokonnin gamasaaniin, misoomni midhaanii fi bunaa, kanniisa horsiisuu, horsiisa loonii fi lukkuu, eegumsii fi kunuunsi naannoo fi kkf dameelee misooma kilaastara baadiyyaa jalatti carraan hojii itti uumamu keessaa ta’uu ibsaniiru. Ladti hojii qonnaa fi horsiisaa beelladaan oolu heektaarri kuma 87 ol dargaggoota hojiitti galaniif kennamuusaa eeranii, gaagurri kanniisaa ammayyaa fayyadamtootaaf raabsamaa akka jiru himaniiru. Itti gaafatamaan waajjira kilaastara magaalaa naannichaa obbo Mulugeetaa Gabrahiwoot gamasaaniin, magalootatti wabii nyaataa mirkaneesuuf, dandeettii gabbisuu fi intarpiraayizoota
Fooramiin magaaloota Itiyoophiyaa muuxannoo qooddachuurra darbee hariioo jidduu keenyatti akka cimsinu nugargaareera-hirmaattota
Feb 23, 2024 49
Guraandhala 15/2016(TOI)- Fooramiin magaaloota Itiyoophiyaa 9ffaan muuxannoo qooddachuurra darbee hariioo jidduu keenyatti akka cimsinu nugargaareera jedhan hirmaattonni fooramichaa. Fooramiin magaaloota Itiyoophiyaa 9ffaan mata duree “magaaloonni ammayyaan badhaadhina Itiyoophiyaaf” jedhuun magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajameera. Hirmaattota fooramichaa keessaa jiraataan magaalaa Adaamaa obbo Andu’alam Xilaahuun TOI’f akka ibsanitti, fooramiin magaaloota Itiyoophiyaa ummattoota naannolee addaddaa waliin obbolummaa uumuuf isaan gargaareera. Waliif tumsuu, waldeeggaruu fi ida’amuun badhaadhina biyyaa si’achiisuuf carraa mijataa akka uumu ibsaniiru. Fooramichi magaalaa Adaamaa magaaloota biroof beeksisuu fi kanneen biraarraa muuxannoo qooddachuuf carraa uumuusaa obbo Andu’alam dubbataniiru. Turtii fooramii Kanaan hojiilee klaqaa, muuxannoolee, kennaa invastimantii, qabeenya tuurizimii akkasumas duudhaalee seenaa fi aadaa hirmaattota magaaloota addaddaarraa dhufaniif beekisuusaanii dubbataniiru. Hirmaataan naannoo Amaraa magaalaa Dseerraa hirmaatan obbo Biraanuu Gabayyoo gamasaaniin, magaaloonni tajaajila ammayyaa kennuu jiraattotaaf akka mijatan fooramichi faayidaa guddaa akka qabu ibsaniiru. Fooramichi walitti dhufeenya ummattootaa kan cimse wan ta’eef nageenya waaraa fi misooma biyyaaf faayidaa olaanaa qaba jdhan. Naannoo kibba Itiyoophiyaa magaalaa Boddittiirraa kan dhufa obbo Taarraqany Mangistuu fooramichi jireenyi dinagdee fi hawaasummaa ummattootaa akka mirkanaa’u fooramichi faayidaa olaanaa qaba jedhan. Fooramichi miira waloomaa fi gamtoominaa gama cimsuutiin gumaacha olaanaa qaba jedhan. Fooramii magaalootaa tiyoophiyaa 9ffaarratti kaleessa xumuramerratti magaaloonni 150 ol kan hirmaatan yoo ta’u fooramiin magaalootaa 10ffaan magaalaa Samaraatti akka qophaa’u beekameera.
Paarkiin Industirii Adaamaa guutummaatti dureeyyiin qabamuunsaas ibsame
Feb 22, 2024 224
Guraandhala 14/2016(TOI)-Sheedonni oomishaa 19 paarkii industirii Adaamaa keessatti argaman guutummaatti dureeyyii fikaampaaniiwwan omishaatiin qabamuusaanii hojii raawwachiisaa muummeen korporeeshinii misooma paarkiiwwan industirii Akliiluu Taaddasaa ibsan. Hojii raawwachiisaan muummee kun qindeessaa barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii doktar Raamiiz Alaakbaaroov waliin ta’uun kaampaaniiwwan oomishaa paarkii industirii Adaamaatti argaman akkasumas sochii wayitaawaa waliigalaa paarkichaa daawwataniiru. Hojii raawwachiisaa muummee Akliiluun wayita kana akka ibanitti, sheedoonni oomishaa 19 paarkii industirichaa keessatti argaman guutummaatti dureeyyii fi kaampaaniiwwan biyya alaa fi biyya keessaan qabamuusaanii akkasumas lammiilee kuma 7 oliif carraan hojii uumamuu dubbataniiru. Yeroo ammaa paarkichi dureeyyii biyya alaa fi biyya keessaa invast gochuu barbaadaniif lafa misoome heektaara 2 ta’u qopheessuusaa hojii raawwachiisaan muummee ibsaniiru. Hojiileen riifoormii korporeeshinichi waggaa tokko keessatti hojjete bu’aa argameef qooda olaanaa akka qaban eerameera. Sheedonni kunneen kaampaaniiwwan biyya keessaa akkasumas oomishtoota biyyoota Noorweey, Chaayinaa, Hindi, Ameerikaa fi biyyoota addaddaarraa dhufaniin qabamuu beekameera. Baatilee jaha darban paarkicha keessatti oomishaalen bakka bu’aman doolaara miiliyoona 20 caalu oomishamuusaa, walitti hidhamiinsi gabaa doolaara miiliyoona 18 ol uumamuusaa odeeffannoon fuula marsariitii korporeeshinicharraa argame nimul’isa.
Viidiyoo
Saayinsii fi teeknooloojii
Sirni teessoo dijitaalaa magaalaa Bishooftuutti hojeeffame
Feb 22, 2024 61
Guraandhala 14/2016(TOI)-Sirni teessoo dijitaalaa saayinsii ispeesiitiyoophiyaa fiinistiitiyuutii Ji’-spaashaaliin hojjetame har’a magaalaa Bishooftuutti eebbifamee hojii jlqabeera. Ministirri innoveeshinii fi teeknooloojii doktar Ballaxaa Mollaa dabalatee daarektarri olaanaa inistiitiyuutii saayinsii speesii fi ji’oo–spaashaalii Abdiisaa Yilmaa, kantiibaan magaalaa Bishooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa, keessummoonni afeeramansagantaa jalqabsiisaa kanarratti argamaniiru. Sirni teessoo dijitaalaa har’a eebbifamee jalqabame dhaabbilee fi manneen jireenyaa magaalattiitti argaman eessatti akka argaman beekuuf akka gargaaru eerameera. Bulchiinsa lafaa fi odeeffannoowwan magaalattii biroo ammayyeessuuf akka dandeessisuu fi walitti dhufeenya dhaabbilee tajaajila kennanii fi tajaajilamtootaa mijataa akka taasisu akka ta’e himameera. Sirni teessoo dijitaalaa tajaajiloota bulchiinsaa, dinagdee fi hawaasummaa karaa si’ataa ta’een hunda biraan gahuuf kan dandeessisudha jedhan. Sochii jiraattonni iddoorraa iddootti taasisdan hir’isuuf, si’ataa gochuu fi bittaa fi gurgurtaa elektirooniksii dhugoomsuuf qooda olaanaa akka gumaachu eerameera. Sirni kun kenniinsa tajaajilaa magaalotaa si’achiisuu dabalatee sochii hawaasummaa fi dinagdee ammayyeessuuf akka gargaaru ibsameera. Ijaarsa sirna dinagdee dijitaalaa qulqullinaa fi si’aayina barbaachisuun hojeessuuf akka dandeessisus beekamera. Walumaa gala nageenya waa hundaa lammiilee eeguun guddina hawaasummaa fi dinagdee biyya tokkoof gumaacha guddaa akka qabaatu ibsameera.
Yunivarsiitiin Madda Walaabuu Simpooziyeemii biyyoolessaa oomishtummaa Qamadii fooyyessuu irratti xiyyeeffate qopheesse.
Feb 19, 2024 57
Guraandhala 11/2016(TOI) - Simpooziyeemiin biyyoolessaa oomishtummaa qamadii fooyyessuu irratti xiyyeeffate qopheessummaa Yunivarsiitii Madda Walaabuutiin gaggeeffamaa jira. Yuunivarsiitichi hojii baruufi barsiisuun alatti damee qonnaa, eegumsa qabeenya uumamaa, fayyaa fi misooma turizimii irratti qorannoo bal’aa gaggeessaa jiraachuu beeksise. Pireezdaantiin Yunivarsiitii Madda Walaabuu Doktar Ahimad Kaliil, yuunivarsiitichi baruu fi barsiisuun cinaatti rakkoo hawaasichaa irratti hundaa’uun qorannoo gaggeessaa jiraachuu himan. Keessattuu qonna, kunuunsa qabeenya uumamaa, fayyaa fi misooma tuurizimii irratti hojiiwwan qorannoo bal'aa kan gaggeessu ta’uus ibsaniiru. Waggoota lamaan darbanitti oomishtummaa qamadii guddisuuf qonnaan bultoota godina Baalee lamaanii fi Arsii Lixaatiif deeggarsa sanyii filatamaa fi galteewwan qonnaa biroo taasisaa turuu akka fakkenyaatti hojii Yuunivastichaa keessaa eeraniiru. Itti aanaan Pireezidaantii Dhimma Akaadaamii fi Qorannoo Yuunivarsiitichaa Doktar Bazzaabbih Wandimmuu gama isaaniin akka jedhanitti, simpooziyeemii kana irratti qorattoonni fi qooda fudhattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo fi dhaabbilee qorannoo biyyattii adda addaa irraa affeeraman bu’aawwan qorannoo 12 ol ni dhiyeessu jedhaniiru. Simpooziyeemiin kun gama qorannoo Qamadii irratti qormaataa fi filannoowwan jiran adda baasuuf carraa kan uumu ta’uus eeran. Hirmaattonni simpooziyeemichaa yaada kennaniin, waltajjiin marii hayyoota walitti fide kun hudhaalee oomishaafi oomishtummaa mudachaa jiran adda baasuun fala kaa’uuf kan tumsu waan ta'eef yunivarsitichi sagantaa kana qopheessuu isaatti galateeffataniiru. Waltajjii guyyoota lamaaf gaggeeffamu kanarratti qorattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo adda addaa fi dhaabbilee qorannoo qonnaa biroo irraa affeeraman, abbootii gadaa fi haadholiin Siinqee hirmaachaa jiru.
Ji'oota jahaan daraban haleellaa saayibarii raawwatame keessaa %98.56 qolatameera
Jan 31, 2024 219
Amajjii 22/2016 (TOI) - Ji'oota jahaan daraban haleellaa saayibarii 4623 raawwatame keessaa %98.56 qolatamuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo (INSA) beeksiseera. Hojii kanaanis birrii biliyoona 10.5 badiirraa baraaruun danda'amuu beeksiseera. Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo (INSA) raawwii hojii 2016 kan ji’oota jahan darbanii ilaalchisuun miidiyaaleef kenneera. Ibsa kana kan kennan Daarektarri Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa obbo Solomoon Sookaa ji’oota jahan darban gama haleellaa saayibarii qolachuutiin hojiiwwan dinqisiisoon hojjetamuu ibsaniiru. Haaluma bara bajataa kana ji’oota jahan darban yaaliin haleellaa saayibarii kuma 4 fi 623 taasifamuu ibsaniiru. Yaalii haleellaa kuma 4 fi 493 raawwataman keessaa dhibbeentaan 98.56 qolatamuus himaniiru. Yaaliin haleellaa raawwatame; yaalii bu’uuraalee misoomaa jeequu, hojii tajaajilaa fi galii jeequu, daataa hatuu fi balleesuu, mala kaffaltii sobaa fayyadamuun burjaajesuu yaaluufa ta'uu himaniiru. Dhaabbilee haleellaa saayibarii kanaan xiyyeeffataman keessaa Baankotaa,dhaabbileen faayinaansii, miidiyaalee fi dhaabbileen mootummaa kan adda dureen eeraman ta'uu himaniiru. Gosoota haleellaa saayibarii raawwataman keessaa haleellaa marsariitii, malware, sakatta’iinsa bu’uuraalee misoomaa fi bu’uuraalee misoomaa addaan kutuuu ta'uu himaniiru. Obbo Solomoon Sookaa ibsa isaaniin; ji’oota jahan darban qorannoon saaxilamummaa nageenya saayibarii dhaabbilee 149 irratti gaggeeffamuu eeraniiru. Akkasumas gosoota teeknooloojii kuma 2 fi 999 bulchiinsi karaa to’annoo teeknooloojii odeeffannoo fi komunikeeshinii gara biyyaatti galchuuf hayyama gaafate keessaa 338 yaaddoo nageenyaatiin gara biyyaatti akka hin seenne dhorkamuu eeraniiru.
Ispoortii
Eegumsa naannoofi haala qilleensaa
Hojiileen misooma fi eegumsa qabenya uumamaa naannoo Oromiyaatti jijjiirama idaniiru- Biiroo qonnaa
Feb 21, 2024 48
Guraandhala 13/2016 (TOI) - Hojiileen misooma fi eegumsa qabenya uumamaa naannoo Oromiyaatti xiyyeeffannaan hojjetamuusaatiin fayyadama dinagdee ummataa mirkaneessaa dhufuusaa ittigaafatamaan waajjira qonnaa naannichaa obbo Geetuu Gammachuu dubbatan. Ittigaafatamaan waajjira qonnaa naannichaa obbo Geetuu Gammachuu hojiilee misooma sululaa godina Harargee Bahaa aanaa Guraawwaatti hojjetamaa jiran ilaalaniiru. Obbo Geetuun ayita kanatti akka jedhanitti, hojiileen misooma sulula naannichaa bal’ina lafaa fi baay’ina ummata hirmaatuun wggaa wggaatti guddachaa dhufeera. Ummanni wayitii bodaa lafa qullaatti hafe misoomsuun oomishaa fi oomishtummaan dabalaa dhufeera, itti fayyadamnisaas guddachaa dhufuu ibsaniiru. Dargaggoonni sululoota misoomanirratti carraa hojii argachuun misooma dammaa, kuduraa fi muduraa misoomsuu, loon gabbisuu fi hojiilee birootiin fayyadamaa ta’uusaanii himaniiru. Wayitii bonaa baranaatiin naannichatti hojiin egumsa biyyoo fi bishaanii kiiloomeetira miiliyoona 1 tuqaa 2f gargaaran hojiileen hidhaa fi istiraakcharii hojjetamaa akka jiran obbo Geetuun eeraniiru, amma ammaattis kiiloomeetirri kuma 500 ol raawwatamuu dubbataniiru. Ministeera qonnaatti gaggeessaa hojii raawwachiisaan ittifayyadama eegumsaa fi kunuunsaqabeenya uumamaa obbo Faanosee Mokonnin akka jedhanitti, mootummaan naannichaa boqonnqq qophiirraa amma hojmaataatti xiyyeeffatee hojjechaa jira. Hojiileen eegumsa biyyoo fi bishaanii godina Harargee Bahaa aanaa Guraawwaatti hojjetaman xiyyeeffannoo kennmee kan agarsiisu ta’uu dubbataniiru. Bara kana Godinichatti gandoota godinichaa 583 keessatti sululoonni 477 misooma jiru jedhan bulchaan itti aanaa goinichaa obbo Ayyaaloo Takkalaa. Hojiileen misooma sululaa waggoota darban godinichatti hojjetaman misooma naannichaa fi bishaan lafa keessaf gumaacha taasisuusaa ibsaniiru. Jiraataan aanaa Guraawwaa ganda Laaftoo Sommooloo obbo Lewaadiin Shariif akka jedhanitti, hojii Kanaan madden bishaanii deebi’uusaaniitiin oomishnii fi oomishtummaansaanii guddateera. Baranas hojii kana cimsanii hojii qindoominaa hojjechaa akka jiran ibsaniiru. Bakka bu’oonni ministeera qonnaa, ittigaafatamaan biiroo qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuu fi miseensonni hooggansaa biirichaa addaddaa, hooggantoonni godinaa fi aanaa misooma sululaa aanaa Guraawwaa gaara Alqaasilirratti hojjetame daawwataniiru
Baay’inaan Kan Dubbifaman
Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa 'Appilikeeshinii' namoonni eeruu kennaniifi ragaa kennaan itti fayyadamuu danda'an ifa godhe.
Mar 3, 2023 4165
Guraandhala 24/2015(TOI) - Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa guyyaa har'aa 'Appilikeeshinii' namoonni eeruu ittiin kennaniifi ragaa ittiin eeraan fayyadamuu danda'an 'Public Feedback System' jedhamu ifa godhe. Komishinichi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo waliin ta’uun Appilikeeshinii kana akka hojjete eerameera. Appichi afaanota biyya keessaa shaniin tajaajila kan kennu ta'uun himaeera. Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa Dooktar Saamu’eel Urqatoo akka jedhanitti, komishinichi hojiiwwan jijjiramaa hojjechaa jiru milkeesuuf teeknooloojiiwwan fayyadamaa jiraachuu ibsaniiru. Appilikeeshinichi hojii kan ariifachiisuufi haleellaa fi sodaachisaa ragaa eertootaa fi odeeffannoo kennitootarra gahu kan ittisu ta'uu himaniiru. Kana hordofuun hawaasni karaa appilikeshinii 'Public Feedback System'' yaada kennuudhaan itti gaafatamummaa biyyaalessaa isaa ba'uu qabu gaafataniiru. Daarektarri Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Obbo Solomoon Sookaa akka jedhanitti, appilikeeshinii kana haleellaa saayibarii eegumsii cimaan kan taasifamuuf ta'uu himaniiru. Waajjira Ministira Muummeetti deetaan dhimmoota Kaabinee obbo Tasfaayee Dhaabaa akka jedhanitti, malaammaltummaa ittisuuf dhaabbanni tokko qofaan hojjetee milkaa'uu hin danda'u. Kanaaf lammileen hunduu miira itti gaafatamummaa qabuun malaan maltummaa ittisuuf hirmaachuu qabu jedhaniiru.
Gabaasa addaa
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015