Tamsaasa Kallatti:

Manni maree bakka bu’oota ummataa boru wal gahii idilee ni gaggeessa

Waxabajjii 3/2018 (ENA)-Manni maree bakka bu’oota ummataa 6ffaa bara hojii wagga shanaffaa walgahii idilee 25ffaa akka gaggeessu beeksise.

Wal gahii kanaanis, ibsa bajataa wixinee bajataa bara bajataa 2019 ilaalchisuun ministirri maallaqaa Ahimad Shidee dhiheessan irratti ni mari’ata.

Marii Kanaan boodas labsii wixinee bajataa koree dhaabbataa dhimmoota pilaanii, bajataa fi fayinaansiif akka qajeelchu ni eegama jedhamuusaa odeeffannoon mana marichaa ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015