Waa’ee keenya - ENA Afaan Oromoo
Teessoo
Imeelii:
info@ena.et
Bilbila:
0111550011/0111117059
Faaksii:
0111559931/0111551609
Lakkoofsa Saanduqa Poostaa:
530
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
Finfinnee Naannawa Sameen Hoteelii
ERGAMA
Oduu, gabaasaleefi sagantaalee adda addaa fayidaa Itoophiyaa fi Uummaata ishee jiddugaleessa taasifatan hojjechuun, biyya keessaafi alatti tamsaasuun madda oduu filatamaa ta'uu, waliigaltee biyyaalessaa uumuufi maqaa gaarii biyyaa ijaaruu.
DUUDHAALEE
Tajaajilli Oduu Itoophiyaa; galma fayidaa Itoophiyaa mirkaneessuu, waliigaltee biyyaalessaa uumuu, sadarkaa idil addunyaatti Itoophiyaa bakka bu'uufi ilaalcha Afrikaanotaa balbali'isuu qaba. Galma kana milkeessuuf duudhaaleen inni hordofu kanneen armaan gadiiti,
• Sirrummaa
• Haqummaa
• Kabaja
• Daneessummaa
• Murannoo
• Qulqullina
• Saffisa
• Itti gaafatamummaa
MULI'ATA
Afrikaatti madda Oduu fakkeenyummaa qabu, amanamaafi kan dhiibbaa uumu ta'uu.