Naannoo keenya si'aa'inaan eeguun dirqama ni baana

57

Sadaasa 1/2014 (TOI) - Birmadummaa biyyaa kabachiisuf hojii hojjetamu deeggaruun cinaatti si'aa'inaan naannoo keenya eeguun dirqama lammummaa keenya ni baana jedhan jiraatoonni godina Silxee magaalaa waraabee.

Jiraatoonni kunneen tajaajila Oduu Itoophiyaatti akka himanitti diinoonni keessaa fi alaa wal qindeessuun Itoophiyaa diiguuf waanni isaan godhaa jiran xiiqii keessa isaan galichuu himaniiru

Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf haga adda waraanaatti hirmaachuun aarsaa barbaachisa kanfaluuf qophii ta'uu himaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT miseensota isaa magaalaatti erguun uummata shororkeessuun amalaa isaa beekama ta'uu himaniiru.

Adda waraanaatti hirmaachuun naannoo isaanii si'aa'inaan eeguun dirqama lammummaa isaanii akka bahanis himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015