Tamsaasa Kallatti:

Oromoon bilisoomeera- Doktar Abiyyi Ahimad

Hagayya 1/ 2018 (ENA): Bitaa, mirga, fuulduraa fi duuba ilaaluun barbaachiisa miti; Oromoon guutuummatti bilisoomeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisaniin.

Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad Dhimmoota Oromoo, Oromiyaa fi Itoophiyaarratti turtii taasisaniiru.

Turtii isaaniin Oromoon bilisummaa qaamaan mul’atu qofa osoo hin taanee sammuun isaa bilisoomeera jedhan.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena #

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015