Tamsaasa Kallatti:

Dawannaa Ministira Muummee Bahaar Daaritti

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hoggantoota olaanoo waliin ta’uun iddoowwan misoomaa ijoo magaalaa Baahir Daar daawwataniiru.


 

Daawwannaan isaanii hojiiwwan misoomaa magaalattiin dandeettii fi abdachiisaa ta’an kan ibsan yoo ta’u, pirojektoonni misooma tarsiimoo kunneen fayyadamummaa jiraattota ishee mirkaneessuu, turizimii fi dinagdee haaromsuu uumuu, akkasumas gahee magaalattiin giddugala daldalaa fi invastimantii biyyaalessaa ta’uun qabdu daran kan cimsu ta’uu ibsameera.


 

Riifoormii teeknooloojii Mana Murtii Waliigalaa Naannoo Amaaraa gaggeeffamaa jirus dawwataniiru.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena #

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015