Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Jila isaanii waliin Bahaar Daar dhaqan

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad, Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoo, itti aanaa Ministira Muummee obbo Tamasgeen Xurunaa fi Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyoo Tashaagar waliin ta’uun magaalaa Baahir Daar galaniiru.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena #

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015