Tamsaasa Kallatti:

Itti aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa Pirezedaantii Rippabiliika Beeniin simatani

Adoolessa 6/2018 (ENA): Itti aanaan Ministira Muumee obbo Tamasgeen Xurunaa Pirezidaantii Rippabiliika Beeniin, Roomuwaldi Wadagni simatan.

Itti aanaan Ministira Muummee ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti dabarsaniin, Pirezedaantii Rippabiliika Beeniin, Roomuwaldi Wadagni, baga gara biyya argama dhala namaa nagaan dhuftan jedhaniiru.

“Imala Jijjiirama olaanaa keessa kan jirtu Itiyoophiyaan, turtiin keessan milkaa’aa akka isiniif ta’u nan hawwa jedhani.”

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena#

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015