Tamsaasa Kallatti:

Mootummaan Naannoo Oromiyaa gamaggama raawwii hojiiwwan Mootummaa fi Paartii bara baajataa 2018 gaggeessuu eegale

Adoolessa 6/2018 (ENA): Mootummaan Naannoo Oromiyaa gamaggama raawwii hojiiwwan mootummaa fi paartii kan bara baajataa 2018 gaggeessuu eegaleera.

Waltajjii gamaggamaa kana irratti Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggantoonni hojii ol'aanoon mootummaa naannichaa argamaniiru.


Gamaggama raawwii hojii kanaan milkaa’inawwan gurguddoo dameewwan hedduun galmeeffamanii fi hanqinoota turan sakatta'uudhaan, kallattii karoora hojii bara 2019 ni kaa’ama jedhamee akka eegamu ibsameera.

 


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015