Tamsaasa Kallatti:

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Jimaata dhufu irraa eegalee balallii eebbaan duraa gara magaalaa Miizan Amaanitti taasisa

Adoolessa 1/2018 (ENA): Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Jimaata dhufu Adoolessa 3/2018 irraa eegalee balallii eebbaan duraa gara magaalaa Miizan Amaanitti torbanitti yeroo sadii taasisa jedhame.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015