Tamsaasa Kallatti:

Minisitiirri Dhimma Alaa Raashiyaa Sargeey Lavroov daawwannaa hojiif Finfinneee galan

Waxabajjii 30/2018 (ENA) : Minisitiirri Dhimma Alaa Federeeshinii Raashiyaa Sergey Lavrov daawwannaa hojiitiif Finfinnee galaniiru.

Sargeey Laavroov Buufata Xiyyaaraa Finfinnee Bolee Idil-addunyaa yoo gahan, Daayirekteerri Jeneraala Dhimmoota Awurooppaa fi Ameerikaa Ministeera Dhimma Alaa RDFI Ambaasaaddor Mallas Alamiin simannaa ho'aan godhameeraafi.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015