Agarsiisa Eksipoo Investimentii idil-Addunyaa marsaa 2ffaa qopheesummaa Magaalaa Shaggariin qophaa’e - ENA Afaan Oromoo
Agarsiisa Eksipoo Investimentii idil-Addunyaa marsaa 2ffaa qopheesummaa Magaalaa Shaggariin qophaa’e
Waxabajjii 26/2018(ENA) : Agarsiisni Eksipoo Invastimentii idil-Addunyaa marsaa 2ffaa qopheesummaa Magaalaa Shaggariin qophaa’e Magaalaa Finfinneetti banameera.
Eksipoon kuni Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, hawaasa kutaalee Magaalaa Mana Abbichuufi Malkaa Noonnootiin daawwatameera.
Magaalaa Shaggaritti sirna kenninsa tajaajila teeknoolojiidhaan deeggarame diriirsuun, dandeettii intarpiraayizii fi investimentii guddisuuf xiyyeeffannoon kennameera jedhame.
Ekspoon Invastimantii Magaalaa Shaggarmarsaa lammaffaa bakka hoggantoonni olaanoo federaalaa fi naannoo argamanitti banameera.