Tamsaasa Kallatti:

Ergaa Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad

Oomisha biyya keessaa of danda’uun dabaluun bu’uura walabummaa dinagdee fi abbaa biyyummaa keenyaati.


 

‎Warshaan dhagaa cilee ‘Yo Holding’ har’a Zoonii Gaamootti daawwanne fi Hagayya 2017 hojii eegale, fedhii industiriiwwan keenyaa oomisha biyya keessaatiin bakka buuse, alaa galchuu dhabamsiisee, jiraattota biyya keessaaf carraa hojii uumuun isaa ni yaadatama. ‎

Qabeenya uumamaa biyya keenyaa hojii cimaa biyya keessatti misoomsuun olaantummaa diinagdee keenya mirkaneessuuf imalli taasifamu itti fufa!

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015