Tamsaasa Kallatti:

Doktar Abiyyi Ahimad Naannoo Kibba Itiyoophiyaa dhaqan

Waxabajjii 25/ 2018 (ENA): Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad Naannoo Kibba Itiyoophiyaa dhaqaniiru.

Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ministira Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad aadaa fi duudhaa miidhagaan simateera.


 

#Ena Afaan Oromoo #TOI #Ena

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015