Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammad waliin mari'atan - ENA Afaan Oromoo
Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammad waliin mari'atan
Waxabajjii 22/2018 (ENA): Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari'ataniiru.
Dr. Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Walitti hidhamiinsa diinagdee nageenyaa fi tasgabbii akkasumas tasgabbii naannawicharratti mari’anneerra jedhan.
Biyyoonni lameen daangaarra darbee ummattootaa fi egeree kan qoddatan ta’uu ibsaniiru.