Tamsaasa Kallatti:

Hoggantoota mootummaa olaanoo dabalatee pirezidaantonni naannolee fi kantiibonni bulchiinsa magaalotaa Jigjigaa jiru

Caamsaa 29/2018(ENA)- Hoggantoota mootummaa olaanoo dabalatee pirezidaantonni naannolee fi kantiibonni bulchiinsa magaalotaa Jigjigaa jiru.

Gareen pirezidaantota naannoo fi bulchiinsa magaalotaa sadarkaa itti aanaa ministira muummeetti hogganaan jiddu gala qindeessaa ijaarsa sirna demokiraasii fi itti aanaan pirezidaantii paartii badhaadhinaa Adam Faaraah fi daarektrri olaanaa tajaajila odeeffannoo fi nageenyaa biyyaalessaa ambaasaaddar Reedwaan Huseeniin durfamu Jigjigaa dhaqeera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015