Tamsaasa Kallatti:

Magaalaa Giinciitti namoonni buufata filannoo dhaquudhaan qabxii filannoo kan yeroo ilaalaa jiru

Caamsaa 25/2018 (ENA)- Magaalaa Giinciitti namoonni buufata filannoo dhaquudhaan qabxii filannoo 7ffaa  kan yeroo ilaalaa jiru.

Magaalaa Giinciitti qabxiin yeroo filannoo walii galaa 7ffaa buufataalee filannootti maxxanfamaa jira.

Kaleessa Caamsaa 24 bara 2018 bokkaan, aduun, dukkanni osoo isaan hin daangessiin namoonni filachaa oolanii dhiisifataniiru.

 Lammiileen bariirraa eegalanii qabxii sagaleesaanii buufataalee filannootti argamuun ilaalaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015