Tamsaasa Kallatti:

Sadarkaa itti aanaa ministira muummeetti hogganaan qindeessaan giddugaleessa ijaarsa sirna demokiraasii fi itti aanaan pirezidaantii paartii badhaadhinaa Adam Faaraah Sagalee kennan.

Caamsaa 24/2018 (ENA)- Sadarkaa itti aanaa ministira muummeetti hogganaan qindeessaan giddugaleessa ijaarsa sirna demokiraasii fi itti aanaan pirezidaantii paartii badhaadhinaa Adam Faaraah naannoo Somaalee aanaa Shinilleetti argamuun Sagalee kennaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015