Tamsaasa Kallatti:

Af-yaa’ii Taaggasaa Caafoo sagalee kennan

Caamsaa 24/2018(ENA)- Af-yaa’iin mana mana maree bakka bu’oota ummataa Taaggasaa Caafoo magaalaa Argaa Mincitti argamuun sagalee kennaniiru.

Af-yaa’iin mana maree bakka bu’oota ummataa Taaggasee Caafoo naannoo filannoo Arbaa Mincitti argamuun sagalee kennaniiru.

Lammiileen ganama sa’aatii 12 irraa eegaluun naannoo filannoo Arbaa Minci jalatti kan argaman buufataalee filannoo 227tti sagalee kennaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015