Tamsaasa Kallatti:

Af-yaa’iin mana maree federeeshinii Aganyoo Tashaagar buufata filannoo itti dorgoman magaalaa Gondoritti sagalee kennan

Caamsaa 24/2018(ENA)- Af-yaa’iin mana maree federeeshinii Aganyoo Tashaagar bakka itti dorgoman magaalaa Gondor buufata filannoo tokkotti sagalee kennaniiru.

Dabalataanis mana maree naannoof kan dorgoman dursaan kantiibaa magaalaa Gondar Chaalaachoo Daanyaawus sagalee kennaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015