Tamsaasa Kallatti:

Walitti Qabaan Mana Marii Gamtaa Paartilee Siyaasaa Obbo Salamoon Ayyalaa sagalee kennan

Caamsaa 24/2018 (ENA): Walitti qabaan Mana Marii Gamtaa Paartilee Siyaasaa Itiyoophiyaa Obbo Salomoon Ayyalaa Naannoo Filannoo Biixxaa Geeshatti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.

Obbo Salomoon Bulchiinsa Magaalaa Dekaa keessatti buufata filannoo mahaal katamaatti argamuun sagalee isaanii kan kennan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015