Tamsaasa Kallatti:

Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dawaa Kadir Juhaar sagalee kennan

Caamsaa 24/2018 (ENA): Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa Kadir Juhaar buufata filannootti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.

Jiraattonni magaalattiis ganama barii irraa eegalanii ba'uudhaan buufataalee filannoo 297 ta'anitti sagalee isaanii kennaa jiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015