Piroofeesar Biraanuu Naggaa sagalee isaanii kennan - ENA Afaan Oromoo
Piroofeesar Biraanuu Naggaa sagalee isaanii kennan
Caamsaa 24/2018 (ENA)-Miniistirri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaa buufata filannootti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.