Tamsaasa Kallatti:

Miniistirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad filannoo waliigalaa 7ffaa irratti sagalee kennan

Caamsaa 24/2018 (ENA)-Ministirri Ittisaa Injiinar Aayishaa Mahaammad Naannoo Affaar Aanaa Afdeeraa buufata filannootti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.

Miniistrittiin sagalee isaanii erga kennanii booda ergaa dabarsaniin, ummanni qaama bakka naaf bu'a jedhu filachuudhaan hirmaannaa lammummaa dammaqina qabu cimsachuu akka qabu ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015