Minsitirri Fayyaa Doktar Maqidas Dhaabaa filannoo waliigalaa 7ffaa irratti sagalee kennan - ENA Afaan Oromoo
Minsitirri Fayyaa Doktar Maqidas Dhaabaa filannoo waliigalaa 7ffaa irratti sagalee kennan
Caamsaa 24/2018 (ENA): Minsitriin Fayyaa Doktar Maqdas Dhaabaa filannoo waliigalaa torbaffaa irratti sagalee isaanii kennaniiru
Lammiileen filannoo waliigalaa torbaffaa kanaan har'a ganama sa'aatii 12:00rraa eegalee sagalee kennaa jiru.
Minsitriin Fayyaa Doktar Maqdas Dhaabaa Finfinnee kutaa magaalaa Ekkaa buufata filannoo Mana Barumsaa Sadarkaa tokkoffaa Qiddus Maarqoositti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.