Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Turiizimii Salamaawiit Kaasaa sagalee kennan

Caamsaa 24/2018 (ENA): Minsitirri Turiizimii Salaamaawiit Kaasaa kutaa magaalaa Nifas Silki Laaftoo naannoo filannoo 19, buufata filannoo lammaffaa irratti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.

Filannoon waliigalaa torbaffaan har'a Caamsaa 24 bara 2018 gamana sa'aatii 12:00rraa eegalee gaggeeffamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015