Tamsaasa Kallatti:

Itti aanaan Ministira Muummee obbo Tamasgeen Xurunaa sagalee isaanii kennani

Caamsaa 24/2018 (ENA): Itti aanaan Ministira Muummee obbo Tamasgeen Xurunaa naannoo filannoo Baahir Daaritti buufata filannoo Hiddaasee (02-1)tti argamuun sagalee isaanii kennaniiru.

Filannoon waliigalaa torbaffaan ganama sa’aatii 12:00 irraa eegalee kan adeemsifamaa jiru yoo ta’u, jiraattonni magaalaa Baahir Daar buufata filannoo 164 irratti sagalee isaanii kennaa jiru.

# Filannoo qofaan# #ENA_Afaan_Oromoo #TOI #ENA# Itiyoophiyaan filachaa jirti#.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015