Tamsaasa Kallatti:

Itiyoophiyaan Filachaa jirti

Caamsaa 24/2018 (ENA): Ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf qaban malees, miseensonni Poolisii Federaalaa mirga filannoo dimokiraatawaa isaaniitti fayyadamaa jiru.


 

Kanumaan walqabatee miseensonni Poolisii Federaalaa Finfinnee aanaa 8 kutaa magaalaa Lidataatti buufata filannoo Jeneraal Jagamaa Keellootti sagalee isaanii kennaa jiru.

# Filannoo qofaan# #ENA_Afaan_Oromoo #TOI #ENA# Itiyoophiyaan filachaa jirti#

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015