Tamsaasa Kallatti:

Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti filattoonni sagalee kennaa jiru

Caamsaa 24/2018 (ENA): Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti filannoo waliigalaa 7ffaaf ganama sa'aatii 12:00 irraa kaasee uummanni sagalee kennuu eegaleera.

Rippoortarri ENA Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Buufata Filannootti argamuun jalqabbii adeemsa sagalee kennuu kana daawwateera.

Kanaanis, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti filattoonni sagalee isaanii kennaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015