Filattoonni magaalaa Shaashamanneetti sagalee isaanii kennaa jiru - ENA Afaan Oromoo
Filattoonni magaalaa Shaashamanneetti sagalee isaanii kennaa jiru
Caamsaa 24/2018 (ENA): Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannoo adda addaatti sagalee kennuun gaggeeffamaa jira.
Filattoonni halkan walakkaa irraa eegalee buufataalee filannoo adda addaa magaalattii keessatti hiriira gaggeessuun ganama sa'aatii 12 irraa eegalee sagalee isaanii laachaa jiru.
Adeemsi sagalee kennuu kun akkaataa hojimaata Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kaa’een, taajjabdoonnii fi qondaaltonni filannoo argamanitti gaggeeffamaa jira.
# Filannoo qofaan# Itiyoophiyaan filachaa jirti#.
See less