Tamsaasa Kallatti:

Filannoo waliigalaa 7ffaaf magaalaa Ginchiitti adeemsi sagalee kennuu eegalameera

Caamsaa 24/2018 (ENA): Filattoonni magaalaa Ginchii filannoo waliigalaa 7ffaaf barii har’aa sagalee isaanii kennaa jiru.

Naannoo Filannoo Dandii lakkoofsa 2tti jiraattonni magaalaa Gincii barii har’aa jalqabuun sagalee isaanii kennuu eegalaniiru.


 

#ENA_Afaan_Oromoo #TOI #ENA

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015