Tamsaasa Kallatti:

Duulli filannoo Paartii Badhaadhinaa fi hiriirri deeggarsa ummataa magaalaa Hawaasaatti geggeeffamaa jira

Caamsaa 18/2018 (ENA): Duulli filannoo Paartii Badhaadhinaa fi hiriirri deeggarsa ummataa naannoo Sidaamaa ganama har’aa irraa eegalee magaalaa Hawaasaatti adeemsifamaa jira.


 

Kutaaleen hawaasaa adda addaas ganama har’aa kana Istaadiyeemii Idil-addunyaa Hawaasaatti argamuun Paartii Badhaadhinaaf deeggarsa qaban agarsiisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015