Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa Walaayittaa Sooddootti geggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa Walaayittaa Sooddootti geggeeffamaa jira
Caamsaa 18/2018 (ENA): Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa Walaayittaa Sooddootti geggeeffamaa jira.
Hiriira deeggarsa kana irratti dargaggoonni, dubartoonnii fi kutaaleen hawaasaa biroo hirmaachaa jiru.
Deeggartoonni kunneen yeroo ammaa gara Istaadiyeemii hundagaleessa Walaayittaa Sooddootti imalaa kan jiran yoo ta’u, deggersa dhaabichaaf qabanis ergaa dabarsaa jiru.