Tamsaasa Kallatti:

Duulli filannoo Paartii Badhaadhinaa fi hiriirri deeggarsa ummataa magaalaa Asoosaatti geggeeffamaa jira

Caamsaa 18/2018 (ENA): Duulli filannoo Paartii Badhaadhinaa fi hiriirri deeggarsa ummataa magaalaa Asoosaatti geggeeffamaa jira.


 

Hoggantoonni olaanoo naannoo Beenishaangul Gumuuz, miseensonni paartichaa fi deeggartoonni hiriira kana irratti hirmaataniiru.

Hirmaattonni hiriira mata duree "Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti" jedhuun gaggeeffamaa jiru kanarratti hirmaattonni ergaawwan hojiiwwan misoomaa paartiin hojjetamaa jiran agarsiisan qabatanii deeggarsa paartichaaf qaban ibsaa jiru.

#ENA_Afaan_Oromoo #ENA

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015