Tamsaasa Kallatti:

Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Gaambeellaatti geggeeffamaa jira

Caamsaa 18/2018 (ENA): Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Gaambeellaatti geggeeffamaa jira.

Hiriira kana irratti miseensonnii fi deeggartoonni paartichaa magaalaa Gaambeellaatti hirmaachaa jiru.


 

Hirmaattonni hiriira kanaas ergaa deeggarsa Paartii Badhaadhinaaf qaban ibsan qabatanii bahaniiru.

Hoggantoonni olaanoo federaalaa fi naannolee magaalota dorgomaa jiran keessattis argamaniiru.

#ENA_Afaan_Oromoo #ENA

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015