Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Dillaatti geggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Dillaatti geggeeffamaa jira
Caamsaa 18/2018 (ENA): Duulli filannoo fi hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Dillaa Godina Geedi’oo keessatti adeemsifamaa jira.
Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa torbaffaa magaalaa Dillaatti adeemsifamaa jira.
Hiriira deeggarsaa ganama irraa eegalee adeemsifamaa ture kana irratti kutaaleen hawaasaa adda addaa Godina Geedi’ooo fi magaalaa Dillaa irraa hirmaachaa jiru.
Hiriirri kun ergaawwan "Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti haa jijjiirru" jedhus dabarsaa jira.