Sagantaan hiriira deeggarsa ummataa Paartii Badhaadhinaa magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Sagantaan hiriira deeggarsa ummataa Paartii Badhaadhinaa magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jira
Caamsaa 18/2018 (ENA): Sagantaan hiriira deeggarsa ummataa Paartii Badhaadhinaa magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jira.
Sagantaan kun magaalota Baahir Daar, Gondar, Dassee, Kombolcha, Dabra Birhaan, Matammaa fi magaalota gurguddoo fi giddu galeessaa biroo keessatti gaggeeffamaa jira.
Hiriira kana irratti dhaadannoowwan deeggarsaa adda addaa dhagahamaa kan jiran yoo ta’u, daqiiqaawwan itti aanan keessatti hoggantoonni olaanoo argamuun ergaa ni dabarsu jedhamee eegama.
Gaggeessitoonni olaanoo federaalaa fi naannolee magaalota dorgomaa jiran keessatti argamuun ergaa na filadhaa dabarsaa akka jiranis beekameera.