Tamsaasa Kallatti:

Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Zagayyee Asfaawu Addunyaa kanarraa du’aan boqotan

Caamsaa 4/2018(ENA): Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, Zaggayyee Asfaawu, addunyaa kanarraa du’aan boqochuu isaanii Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksiseera.

Komishinichi du’a Komishinar Zagayyee Asfaawutti gadda jabaa itti dhaga’ame ibseera.

Komishinichi maatii isaaniif, firoottan isaaniif, akkasumas guutummaa hawaasa komishinichaatiif jajjabina hawweera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015