Tamsaasa Kallatti:

Itiyoophiyaan himannaa bu'uura hin qabne Sudaan irraa dhiyaate kufaa taasifte

Ebla 27/2018 (ENA): Itiyoophiyaan himannaa bu’uura hin qabne mootummaan Sudaan irratti bane kuffisuu Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen beeksiseera.

Himannaan waraanni Sudaanii fi Ministeerri Dhimma Alaa Sudaan waliin Itiyoophiyaa irratti bane bu’uura kan hin qabne ta’uu ministeerichi beeksiseera.

#Ena Afaan Oromoo #TOI #ENA

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015