Siidaan Artisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame - ENA Afaan Oromoo
Siidaan Artisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame
Ebla 27/ 2018 (ENA): Siidaan Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifameera.
Siidaa Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa KantiibaaN Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee eebbisaniiru.
Sirna eebbicharratti hoggantoonni olaanoo Mootummaa maatii Artistichaa dabalatee Artistonni biroon argamaniiru.