Ogummaan biyya ijaarti; biyyis ogummaa kabajji - Kantiibaa Adaanech Abeebee - ENA Afaan Oromoo
Ogummaan biyya ijaarti; biyyis ogummaa kabajji - Kantiibaa Adaanech Abeebee
Ebla 27/2018 (ENA): Ogummaan biyya ijaarti; biyyis ogummaa kabajji jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee.
Gumaacha olaanaa biyyaaf oolaniifi ogummaa aartii isaaniitiin Itiyoophiyaaf oolmaa oolan kabajuuf magaalaa Finfinneetti siidaan yaadannoo isaaniif dhaabbateera jedhan.