Tamsaasa Kallatti:

Sagantaan dadammaqsa filannoo paartii badhaadhinaa Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Ebla 24/2018(ENA)- paartiin badhaadhinaa Sagantaan dadammaqsa na filadhaa filannoo walii galaa 7ffaa mata duree “Itiyoophiyaan biyya gara fakkeenyummaatti” jedhuun Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeefssa jira

Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fi kaadhimamtoonni paartii badhaadhinaa bakka bu’uun mana maree bakka bu’oota ummataa fi mana maree magaalaa Finfinneef dorgoman saganticharratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015