Itti aanaan ministira muummee Tamasgeen Xurunaa hojii misoomaa naannoo Beeniishaangul Gimuz ni daawwatu - ENA Afaan Oromoo
Itti aanaan ministira muummee Tamasgeen Xurunaa hojii misoomaa naannoo Beeniishaangul Gimuz ni daawwatu
Ebla 19/2018 (ENA)- Itti aanaan ministira muummee Tamasgeen Xurunaa hojii misoomaa naannoo Beeniishaangul Gimuz daawwachuuf Asoosaa dhaqaniiru.
Bulchaan naannoo Beeniishaangul Gumuz Ashaadlii Hasan, hooggantoonni olaanoo naannichaa, abbootiin amantaa, jaarsoliin biyyaa fi jiraattonni magaalaa Asoosaa buufata Xiyyaaraa Haaromsaa Asoosaatti argamuun simataniiru.