Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa pirezidaanti Umar Geeleeh irraa ergame fidanii kan dhufan ministira dhimma alaa fi tumsa idil addunyaa Jibutii Abdulqaadir Huseen Umar waajjirasaaniitti simatan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa pirezidaanti Umar Geeleeh irraa ergame fidanii kan dhufan ministira dhimma alaa fi tumsa idil addunyaa Jibutii Abdulqaadir Huseen Umar waajjirasaaniitti simatan
Ebla 15/2018(ENA)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa pirezidaanti Umar Geeleeh irraa ergame fidanii kan dhufan ministira dhimma alaa fi tumsa idil addunyaa Jibutii Abdulqaadir Huseen Umar waajjirasaaniitti simataniiru.
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniirratti barreessaniin har’a ganama ergaa pirezidaanti Umar Geeleeh irraa ergame fidanii kan dhufan ministira dhimma alaa fi tumsa idil addunyaa Jibutii Abdulqaadir Huseen Umar waajjirasaaniitti simataniiru.
Tumsa biyyoota lamaan jidduu jiru ilaalchisuunis mari’anneerra jechuun ibsaniiru ministirri muummee.