Tamsaasa Kallatti:

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad komishinara tumsa idil addunyaa gamtaa Awurooppaa Jooseef Siikalan waliin mari’atan

Ebla 13/2018(ENA)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad komishinara tumsa idil addunyaa gamtaa Awurooppaa Jooseef Siikalan waliin mari’ataniiru.

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin, har’a ganama komishinara tumsa idil addunyaa gamtaa Awurooppaa Jooseef Siikalan argadhee tumsa yeroo dheeraa gamtaa Awurooppaa waliin qabnu ilaalchisuun mari’anneerra jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015