Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangal waliin mari'atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangal waliin mari'atan
Eebila 6/2018 (ENA ): Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangal waliin mari'ataniiru.
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad (Dr.) ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti dabarsaniin, Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal waliin gama ijoo hariiroo biyyoota lamaanii fi tumsa dabalataa irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.
#Ena Afaan Oromoo #ENA