Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizimii waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizimii waliin mari’atan
Eebila 3/2018 (ENA): Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizimii Dr. Joorji Iloombiin waliin mari’ataniiru.
Dr. Abiyyi Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, har’a Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizimii kan ta’an Dr. Joorji Iloombiin simadheera jedhan.
Turtii taasisaniinis dhimmoota hariiroo tarsimawaa cimsuu dandeessisanirratti mari’achuu eeraniiru.