Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Pireesidaantii Buruundii Evaristi Nidayaashimiyee gaggeessani - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Pireesidaantii Buruundii Evaristi Nidayaashimiyee gaggeessani
Eebila 2/2018(ENA) : Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Buruundii Evaristi Nidayaashimiyee daawwannaa hojii dhufanii turan gaggeessaniiru.
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad, Evaristi Nidayaashimiyee dawwannaa guyyoota lamaaf taasisaniin booda buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaniiru jechuun Waajjirri Ministira Muummee ibseera.