Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Maaddii qoodan

Eebila 1/2018(ENA): Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad ganama har'aa hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabanii fi daa'imman waajjirichi guddisaa jiru ayyaana Faasikaa sabaeeffachuun maaddii qooddataniiru.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015