Barreessaan olaanaa IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo baga ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe jechuun ergaa dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Barreessaan olaanaa IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo baga ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe jechuun ergaa dabarsan
Bitootessa 11/2018(ENA)- Barreessaan olaanaa IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo baga ayyaana Iid Alfaxir 1447ffaan isin gahe jechuun ergaa dabarsaniiru.
Barreessaan olaanaa musliimota guutuu addunyaa fi qaxanicha keessatti argaman hundaan baga ittiin isin gahe jechuun barbaada jedhaniiru.
Hordoftoonni amantichaa ayyaana Iid kadhataa fi gammachuun kabajuuf yeroo walgahan, cimina egeree cichoomaa, gamtoomaa fi nagaa keenyaa waliin yaadachuu qabna jechuun ibsaniiru.